Jump to content

Akkaayyaa Dachee-handhuurawaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 08:47, 16 Muddee 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "Geocentric model")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Fakkii qaamolee samii — Fakkeenya sirna Dachee-handhuurawaa Tolemaayikii hin taane kan ogeessa koosmoogiraafii fi kaartoogiraafii Poortugaal Bartolomeu Velho, 1568 (Bibliothèque Nationale, Paris)

Xiinurjii keessatti,Ilaalchi dache-handhuurawaa yaada lafti gidduu hawaa taatee, qaamolee samii keessaa hundi isaanii lafatti naanna’udha. Falaasota yaada kana burqisiisan keessaa angafni Arsitootil jedhama.Yaadni Arsitootil kun daawwannaa ijaatiin ta’ee lafa, aduufi qaamolee 6 hawaa keessaa irratti taasifamedha.Yaanni kun kan ibsu lafti kan hinsochoone, aduun immoo yeroo hundaa karaa bahaa baatee, karaa lixaa seenuu isheet agarsiisa. Ilaalchi kun jaarraa 2ffaa irraa kaasee hanga jaarraa 16ffaatti kan tureedha.